1

«اللهُمَّ بَاعِدْ بَيْنِي وَبَيْنَ خَطَايَايَ كَمَا بَاعَدْتَ بَيْنَ الْمَشْرِقِ وَالْمَغْرِبِ، اللهُمَّ نَقِّنِي مِنْ خَطَايَايَ كَمَا يُنَقَّى الثَّوْبُ الْأَبْيَضُ مِنَ الدَّنَسِ، اللهُمَّ اغْسِلْنِي مِنْ خَطَايَايَ بِالثَّلْجِ وَالْمَاءِ وَالْبَرَدِ»
{وهو من أدعية استفتاح الصلاة}

Allaahumma baa’id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa’atta beynal mashriqi wal maghribi, allaahumma naqqinii min khaxaayaaya kamaa yunaqqas sowbul abyadu minad danas, allahuma ighsilnii min khaxaayaaya bilmaa’I wassalji walbarad

Yaa Rabbi! Akka jidduu bahaafi lixaa wal irraa fageessite jidduu kootiifi jidduu dilii kootii wal irraa fageessi (cubbuu irraa na fageessi). Yaa Rabbi! Akka uffanni adiin xurii irraa qulqullaahutti anas dilii koo irraa na qulqulleessi. Yaa Rabbi! dilii koo irraa cabbii, bishaaniifi cabbiidhaan na dhiqi.

{isiin kadhaa salaataan banan irraahi}

1/16