1

«اللَّهُمَّ رَبَّنَا آتِنَا فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً، وَفِي الآخِرَةِ حَسَنَةً، وَقِنَا عَذَابَ النَّارِ»
{وهو أكثر دعاء النبي صلى الله عليه وسلم}

Rabbanaa aatinaa fid dun’yaa hasanatan wa fil aakhirati hasanatan waqinaa azaaban naar

Yaa Rabbii keenya nuuf kenni adduynatti toltuu, aakirattis toltuu, nu baasi ibidda azaabaa jalaa.

{isiin irra hedduu kadhaa nabiyyiiti}

1/19