Search Results For:73*2

Total Records Found:5

---Adaba kadhaa

Yeroo Rabbi kadhatu xahaara qabaachuu, akka salaataaf wudu’a godhatutti godhatuu, hadiisa Abii Muusaa (r.a) sahiiheyni keessa jiruu fi seenaa isaa adeera isaa Abbaa Aamir (r.a) waliin hojjateef jacha, Hadiisatti Abuu Aamir Abaa Muusatti dhaammate akka Nabiyyii kadhaa kadhachiisuuf Abuu Muusaanis itti hime, Ergamaan Rabbii bishaan akka fidaniif gaafate, irraa wudu’a godhatee aa isaameen ol qabee eegasii akkana ja’e: “Yaa Rabbi Ubeydi (Abbaa Aamiriif) araarami” hangan addeenya bobaa isaa argutti, eegasii akkana je’e “Yaa Rabbi guyyaa qiyaamaa uumamtoota kee ykn nama...

Show more...

---Adaba kadhaa

Rabbi kadhachuu qaba zannii toluu wajjiin, kadhaan isaa akka deebituuf yaqiina godhuu qaba, jarjarfatuu hin qabuu deebii kadhaa keessatti. Inumaa Rabbiin akka kadhaa isaa deebisuuf yaqiina godhuu qaba. Abbaa Hureyrarraa Ergamaa Rabbirraa (s.a.w) akkana ja’e: “Gabrichaaf deebifamuufiin hafan qabu, waan dilii fi fira muruu hin kadhatiniin, waan hin jarjarfatiniin” ni ja’an yaa Ergamaa Rabbii maali jarjarfanni? Ni je’e: ni ja’a “kadhadhee, kadhadhee waan naaf deebi’un agarre, if nyaateeti kadhaa dhiisa” Muslimtu odeyse (2735)

Show more...

---Adaba kadhaa

Kadhaa irra deddeebi’uu, barbaachaan Rabbirratti daddeebi’uu, hadiisa Ibnu Abbaasiif (r.a) kadhaa ergamaan Rabbii gaafa lola badrii sahaabaa isaatiif godhe keessatti weyta je’e: “yaa Rabbi waan naaf beylamte naaf godhi, yaa Rabbi waan naaf beylamte naaf laadhu” Rabbii isatti hasaasuu hin lakkifne hanga wayaan isaa irraa buututti, Abuu Bakar kan isa eegu akka ja’uun “yaa Nabiyyii Rabbii siif gaha Rabbii kee kadhachuun” Muslimtu odeyse lakk (1763).Akkasuma waan sahiiheyni keessatti dhufe, hadiisa Abbaa Hureyraarraa (r.a) weyta Ergamaan Rabbii kadhatu warra Dowsiitiif akkana...

Show more...

Kadhaa Qur’aanaa

(Gooftaa keenya! Obsa nurratti dhangalaasiFaana keenyas gadi dhaabi; ummata kaafirootaa irrattis nu tumsi) Baqaraa/250

Show more...

Kadhaa ruqiyaa

Aayatal kursiyyii hoggu takka qara’uu:Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadhaMugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatuWanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan IsaatiInni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beekaBeekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanuKursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateeraIsaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisuInnis ol ta’aa, guddaadha.

Show more...