(بِسْمِ اللَّهِ، تُرْبَةُ أَرْضِنَا، بِرِيقَةِ بَعْضِنَا، يُشْفَى سَقِيمُنَا، بِإِذْنِ رَبِّنَا)
{يضع من ريق نفسه على أصبعه ثم يضعه على التراب ثم يمسح به موضع الألم أوالجرح ويقول الدعاء}
(Bismillaahi, turbata ardinaa, bi riiqati ba’adinaa, yushfaa saqiimunaa, bi izni Rabbinaa)
(Maqaa Rabbiitiin, biyyee lafa teenyaa, gorora garii garii keenyaatiin, gariin keenya fayya, hayyama Rabbiitiin).
{gorora isarraa harka isarra godhatee eegasii biyerra godhee eegasii iddoo laalaa san haxaawee kadhaa tana jedha}