9

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ النَّارِ وَمِنْ عَذَابِ النَّارِ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ القَبْرِ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ عَذَابِ القَبْرِ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ الغِنَى، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ الفَقْرِ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ المَسِيحِ الدَّجَّالِ»

Allaahumma innii a’uuzu bika min fitnatin naari wamin azaabin naari, wa a’uuzu bika min fitnatil qabri, wa a’uuzu bika min azaabil qabri, wa a’uuzu bika min fitnatil ghinaa, wa a’uuzu bika min fitnatil faqri, wa a’uuzu bika min fitnatil masiihid dajaal

Yaa Rabbi ani sittin maganfadha fitnaa ibiddirraa fi adabbii ibiddarraa, sittin maganfadha maganfadha fitnaa qabrirraa fi adabbii qabrirraa, sittin maganfadha, fitnaa durummaa irraa sittin maganfadha, fitnaa hiyyummarraa sittin maganfadha, fitnaa masiihud dajjaal irraa sittin maganfadha .

9/13