6

«اللهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْعَجْزِ، وَالْكَسَلِ، وَالْجُبْنِ، وَالْبُخْلِ، وَالْهَرَمِ، وَعَذَابِ الْقَبْرِ اللهُمَّ آتِ نَفْسِي تَقْوَاهَا، وَزَكِّهَا أَنْتَ خَيْرُ مَنْ زَكَّاهَا، أَنْتَ وَلِيُّهَا وَمَوْلَاهَا، اللهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنْ عِلْمٍ لَا يَنْفَعُ، وَمِنْ قَلْبٍ لَا يَخْشَعُ، وَمِنْ نَفْسٍ لَا تَشْبَعُ، وَمِنْ دَعْوَةٍ لَا يُسْتَجَابُ لَهَا»

Allaahumma innii a’uuzu bika minal ajzi, walkasali,waljubni, walbukhli, walharami, wa azaabil qabri Allaahumma aati nafsii taqwaahaa, wazakkihaa anta kheyru man zakkaahaa, anta waliyyuhaa wa mawlaahaa, Allaahumma innii a’uuzu bika min ilmin laa yanfa’u, wamin qalbin laa yakhsha’u, wamin nafsin laa tashba’u, wamin da’awatin laa yustajaabu lahaa

Yaa Rabbi ani yaaddoofi gadda, dadhabbiifi taatiyoo, luynummaa, doynummaa, dullumarraa, adabbii qabrii irraa, yaa Rabbi ani sittin maganfadha beekumsa hin fayyadnerraa, qalbii gad hin godhannerraa, lubbuu hin quufnerra, kadhaa hin hin qeebalamnerra.

6/13