2

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ أَنْ أُشْرِكَ بِكَ وَأَنَا أَعْلَمُ، وَأَسْتَغْفِرُكَ لِمَا لَا أَعْلَمُ»
{وهو دعاء يُذهب الرياء}

Allaahumma innii a’uuzu bika an ushrika bika wa ana a’alamu wa astaghfiruka limaa laa a’alamu

Yaa Rabbi ani sittin maganfadha sitti sharrakurraa osoon beekuu, araaraman si kadhadha waanin hin beynerraa.

{isiin kadhaa argisiifannaa namarraa ooftu}

2/13