7

«اللَّهُمَّ إِنِّي عَبْدُكَ ابْنُ عَبْدِكَ ابْنُ أَمَتِكَ نَاصِيَتِي بِيَدِكَ مَاضٍ فِيَّ حُكْمُكَ عَدْلٌ فِيَّ قَضَاؤُكَ، أَسْأَلُكَ بِكُلِّ اسْمٍ هُوَ لَكَ سَمَّيْتَ بِهِ نَفْسَكَ أَوْ أَنْزَلْتَهُ فِي كِتَابِكَ أَوْ عَلَّمْتَهُ أَحَدًا مِنْ خَلْقِكَ أَوِ اسْتَأْثَرْتَ بِهِ فِي عِلْمِ الْغَيْبِ عِنْدَكَ أَنْ تَجْعَلَ الْقُرْآنَ رَبِيعَ قَلْبِي وَنُورَ صَدْري وَجِلَاءَ حُزْنِي وَذَهَابَ هَمِّي»
{وهو دعاء الهم والحزن}

Allaahumma innii abduka ibnu abdika ibnu amatika naasiyatii biyadika maadin fiyya hukmuka adlun fiyya qadaa’uka, as’aluka bikulli ismin huwa laka sammeyta bihii nafsaka aw anzaltahuu fii kitaabika aw allamtahuu ahadan min khalqika awista’asarta bihii fii ilmil gheybi indaka an taj’alal qur’aana rabii’a qalbii wanuura basarii wajalaa’a huznii wazahaaba hammii

Yaa Rabbi ani gabricha keeti. Ilma gabricha keetiiti. Ilma gabrittii keetiiti. Sammuun kiyya sirka jira. Murtiin kee narratti raawwatamaadha. Murtiin kee anaaf haqa. Maqaa kee hundaa kan ati ittiin of moggaafte, yookiin kitaaba kee keessatti buufte, yookiin uumama kee irraa tokko barsiifte yookiin beekumsa fagoo si bira jiru keessatti filatteenin akka ati Qur'aana boqonnaa qalbii kiyyaa, ifaa qoma kootii, dhabamsiisaa gadda kiyyaatiifi deemsisaa yaaddoo kiyyaa taasiftun Si kadha.

{isiin kadhaa yaadaa fi rakkinaati}

7/19