6

«يا حيُّ يا قيُّومُ برحمتِك أستغيثُ، أَصلِحْ لي شأني كلَّه، ولا تَكِلْني إلى نفسي طرفةَ عَيْنٍ»
{وهو دعاء الكرب والهم}

Yaa hayyu yaa qayyuum birahmatika astaghiisu aslih lii sha’anii kullihii walaa takilnii ilaa nafsii xarfata aynin

Yaa jiraataa ya kan amrii waan hudaatiin dhaabbatu, rahmata keetiinin gargaarsifadha, amrii tiyaa hunda naaf tolchi, nan irkisin lubbuu tiyyatti hamma libsuu ijaa.

{isiin kadhaa rakkinaa fi yaaddooti}

6/19