4

«اللهُمَّ مُصَرِّفَ الْقُلُوبِ صَرِّفْ قُلُوبَنَا عَلَى طَاعَتِكَ» «يَا مُقَلِّبَ القُلُوبِ ثَبِّتْ قَلْبِي عَلَى دِينِكَ»
{وهو دعاء الثبات على الحق، وأكثر دعاء النبي صلى الله عليه وسلم}

Allaahumma musarrifal quluubi sarrif quluubanaa alaa xaa’atika. Yaa Muqallibal quluubi sabbit qalbii alaa diinik

Yaa Rabbii qalbii hooggantu qalbii teenya siif ajajamurratti hooggani, yaa kan qalbii gara gaggalchu qalbii tiyya diin keetirratti gad dhaabi.

{Isiinis kadhaa haqarratti gadi dhaabbachuuti, irra hedduu kadhaa Nabiyyiiti}

4/19