3 «اللَّهمَّ اكفني بِحلالِكَ عن حرامِكَ، وأغنِني بِفَضلِكَ عَمَّن سواكَ» {وهو دعاء لقضاء الدَّين} Allaahumm ikfinii bihalaalika an haraamika, waghninii bifadlika amman siwaaka Yaa Rabbi halaala keetiin haraama kee irraa na tiksi. Tola keetiin waan si malee jiru irraa of na geessisi.{isiin kadhaa deynii ifarraa deebisuuti}