2

«اللهُمَّ اغْفِرْ لِي، وَارْحَمْنِي، وَاهْدِنِي، وَعَافِنِي، وَارْزُقْنِي»
{وهو دعاء يجمع خيري الدنيا والآخرة}

Allaahuma ighfir lii, warhamnii, wahdinii, wa aafinii, warzuqnii

Yaa Rabbi naaf araarami, na mararfadhu, na qajeelchi, na fayyisi, na soori.

{isiin kadhaa toltuu addunyaa fi aakhiraa if keessaa qabdu}

2/19