18

«اللَّهُمَّ بِعِلْمِكَ الْغَيْبَ، وَقُدْرَتِكَ عَلَى الْخَلْقِ، أَحْيِنِي مَا عَلِمْتَ الْحَيَاةَ خَيْرًا لِي، وَتَوَفَّنِي إِذَا عَلِمْتَ الْوَفَاةَ خَيْرًا لِي، وَأَسْأَلُكَ خَشْيَتَكَ فِي الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ، وَكَلِمَةَ الْإِخْلَاصِ فِي الرِّضَا وَالْغَضَبِ، وَأَسْأَلُكَ نَعِيمًا لَا يَنْفَدُ، وَقُرَّةَ عَيْنٍ لَا تَنْقَطِعُ، وَأَسْأَلُكَ الرِّضَاءَ بِالْقَضَاءِ، وَبَرْدَ الْعَيْشِ بَعْدَ الْمَوْتِ، وَلَذَّةَ النَّظَرِ إِلَى وَجْهِكَ، وَالشَّوْقَ إِلَى لِقَائِكَ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ ضَرَّاءَ مُضِرَّةٍ، وَفِتْنَةٍ مُضِلَّةٍ، اللَّهُمَّ زَيِّنَّا بِزِينَةِ الْإِيمَانِ، وَاجْعَلْنَا هُدَاةً مُهْتَدِينَ»

Allaahumma bi ilmikal gheyba, waqudratika alal khalqi, ahyinii maa alimtal hayaata kheyran lii, wa tawaffanii izaa alimtal wafaatu kheyran lii, wa as’aluka khashyataka fil gheybi washahaadati, wakalimatal ikhlaasi fir ridaa wal ghadabi, wa as’aluka na’iiman laa yanfadu, waqurrata aynin laa tanqaxi’u, wa as’alukar ridaa bilqadaa’i, wabardal ayshi ba’adal mawti, walazzatan nazari ilaa wajhika, washawqi ilaa liqaa’ika, wa a’uuzu bika min darraa’in mudirra, wa fi’atin mudilla, Allaahumma zayyinnaa bi ziinatil iimaan, waj’alnaa hudaatan muhtadiin

Yaa Rabbi waan dhokote beekuu keetiinin, dandeytii ati uumamarratti qabduu, na jiraachisi waan jireenyi naaf toluu beytuun, na ajjeesi weyta duuti naaf toluu beytu, sodaa teetin si kadha doksaa fi nama keessttis, jacha qulqullinaa jaalalaa fi aaraa keessatti, qananii hin dhumnen si kadha, qaroo ijaa tan addaan hin cinne, murtee tee jaalachuun si kadha, jiruu gaarii du’a booda, mi’aa fuula kee laaluu, si qunnamuuf dheebotuu, sittin maganfadha hamtuu nu tuyxurraa, fitnaa nu jallisturraa, yaa Rabbi faaya iimaanaatiin nu faayi, qajeelchitootaa fi qajeeltotarraa nu godhi.

18/19