17

«اللَّهُمَّ اهْدِنِي فِيمَنْ هَدَيْتَ، وَعَافِنِي فِيمَنْ عَافَيْتَ، وَتَوَلَّنِي فِيمَنْ تَوَلَّيْتَ، وَبَارِكْ لِي فِيمَا أَعْطَيْتَ، وَقِنِي شَرَّ مَا قَضَيْتَ، إِنَّكَ تَقْضِي وَلَا يُقْضَى عَلَيْكَ، إِنَّهُ لَا يَذِلُّ مَنْ وَالَيْتَ، وَلَا يَعِزُّ مَنْ عَادَيْتَ، تَبَارَكْتَ رَبَّنَا وَتَعَالَيْتَ»

Allaahumma ihdinii fiiman hadeyta, wa aafinii fiiman aafeyta, watawallanii fiiman tawalleyta, wabaarik lanaa fiimaa a’axeyta, waqinii sharra maa qadeyta, innaka taqdii walaa yuqdaa aleyka, innahuu laa yazillu man waaleyta, walaa ya’izzu man aadeyta, tabaarakta Rabbanaa wa ta’aaleyta

Yaa Rabbi na qajeelchi warra qajeelchite keessatti, na fayyisi warra fayyistee waliin, amrii tiyya hoogganii warra amrii isaanii hooggantee waliin, waan naaf laatte keessatti barakaa naaf godhi, narraa fageessi hamtuu waan murteessitee, ati ni murteessita sirrattin murtaa’u, namni ati amrii isaa harkaa qabdu hin salphatu, namni diineffatte hin jabaatu, guddatte yaa Rabbii keenya ol taate.

17/19