16

«اللهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الثَّبَاتَ فِي الْأَمْرِ، وَالْعَزِيمَةَ عَلَى الرُّشْدِ، وَأَسْأَلُكَ مُوجِبَاتِ رَحْمَتِكَ، وَعَزَائِمَ مَغْفِرَتِكَ، وَأَسْأَلُكَ شُكْرَ نِعْمَتِكَ، وَحُسْنَ عِبَادَتِكَ، وَأَسْأَلُكَ قَلْبًا سَلِيمًا، وَلِسَانًا صَادِقًا، وَأَسْأَلُكَ مِنْ خَيْرِ مَا تَعْلَمُ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا تَعْلَمُ، وَأَسْتَغْفِرُكَ لِمَا تَعْلَمُ، إِنَّكَ أَنْتَ عَلَّامُ الْغُيُوبِ»
{في الحديث أنها خير من كنز الذهب والفضة}

Allaahumma innii as’alukas sabaata fil amri, wal’aziimata alar rushdi, wa as’aluka muujibaati rahmatika, wa azaa’ima maghfiratika, wa as’aluka qalban saliiman, walisaanan saadiqan, wa as’aluka min kheyri maa ta’alam, wa a’uuzu bika min sharri maa ta’alam, wa astaghfiruka limaa ta’alam, innaka anta allaamul ghuyuub

Yaa Rabbi an sin kadha gadi dhaabbachuu amrii keessatti, haqarratti murannoo, sin kadha sababoota rahmata keetii, mirkaneessituu araarama keetii, sin kadha qananii tee galateeffatuu, gaarii ibaadaa teetii, sin kadha qalbii nagayaa, arraba dhugaa himu, sin kadha toltuu waan beytuu, sittin maganfadha hamtuu waan beyturraa, araaraman si gaafadha waan beyturraa, ati beekaa waan dhokateeti.

{Hadiisatti isiin ziqaya dahabaa fi qarshirra caalti}

16/19