15

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ فِعْلَ الخَيْرَاتِ، وَتَرْكَ الْمُنْكَرَاتِ، وَحُبَّ الْمَسَاكِينِ، وَأَنْ تَغْفِرَ لِي وَتَرْحَمَنِي، وَإِذَا أَرَدْتَ فِتْنَةً فِي قَوْمٍ فَتَوَفَّنِي غَيْرَ مَفْتُونٍ، وَأَسْأَلُكَ حُبَّكَ وَحُبَّ مَنْ يُحِبُّكَ، وَحُبَّ عَمَلٍ يُقَرِّبُ إِلَى حُبِّكَ»
{قال صلى الله عليه وسلم عن هذه الدعوات: إِنَّهَا حَقٌّ فَادْرُسُوهَا ثُمَّ تَعَلَّمُوهَا}

Allaahumma innii as’aluka fi’ilal kheyraati, watarkal munkaraati, wahubbal masaakiini, wa antaghfira lii wa tarhamnii, wa izaa artta fitnatan fii qawmin fatawaffanii gheyra mafttunin, wa as’aluka hubbaka wa hubba man yuhibbuka, wa hubba amalin yuqarribu ilaa hubbika

Yaa Rabbi an sin kadha toltuu hojjachuu, hamtuu lakkisuu, jaalala hiyyeessotaa, naaf araaramuu fi na mararfatuu, hogguu mokkora orma tokkoon feete osoon hin mokkoramne na ajjeesi, sin kadha jaalala teetii, jaalala nama si jaalatuu fi jaalala hojii gama jaalala keetii nama dhiheysuu.

{Ni ja’e (s.a.w) kadhaa tanarraa: isiin dhugaadha isii baraa eegasii beekaa}

15/19