12
- Main
- Classifications of supplication
- Yaa Rabbii keenya nuuf kenni adduynatti toltuu, aakirattis toltuu, nu baasi ibidda azaabaa jalaa.{is...
- Yaa Rabbi naaf araarami, na mararfadhu, na qajeelchi, na fayyisi, na soori.{isiin kadhaa toltuu addu...
- Yaa Rabbi halaala keetiin haraama kee irraa na tiksi. Tola keetiin waan si malee jiru irraa of na ge...
- Yaa Rabbii qalbii hooggantu qalbii teenya siif ajajamurratti hooggani, yaa kan qalbii gara gaggalchu...
- Yaa Rabbi kheyrii hundarraan si kadhadha, tan ammaatii fi tan boodaatis, tanin beekuu fi tanin hin b...
- Yaa jiraataa ya kan amrii waan hudaatiin dhaabbatu, rahmata keetiinin gargaarsifadha, amrii tiyaa hu...
- Yaa Rabbi ani gabricha keeti. Ilma gabricha keetiiti. Ilma gabrittii keetiiti. Sammuun kiyya sirka j...
- Yaa Rabbi laafaan hin jiru waan ati laaffiste malee, ati yaada laafina goota yeroo feete.{isiin kadh...
- Yaa Rabbi an sin kadha qajeellloo, sodaa tee, kabajaa fi durummaa.
- Yaa Rabbi na qajeelchi, kallattii sirrirra na kaa’i.
- Yaa Rabbi naaf tolchi diin kiyya kan amrii tiyyaa tolchuu, naaf tolchi addunyaa tiyya tanin keessa j...
- Yaa Rabbi ati araaramaadha araara ni jaalatta naaf araarami.
- Yaa Rabbi nuuf qoodi sodaa teetirraa waan jidduu teenyaa fi hamtuu teenyaa ittiin hagoogdu, siif aja...
- Yaa Rabbi na gargaari narratti hin gargaarin, naaf tumsi, narratti hin tumsin, naaf mali narratti hi...
- Yaa Rabbi an sin kadha toltuu hojjachuu, hamtuu lakkisuu, jaalala hiyyeessotaa, naaf araaramuu fi na...
- Yaa Rabbi an sin kadha gadi dhaabbachuu amrii keessatti, haqarratti murannoo, sin kadha sababoota ra...
- Yaa Rabbi na qajeelchi warra qajeelchite keessatti, na fayyisi warra fayyistee waliin, amrii tiyya h...
- Yaa Rabbi waan dhokote beekuu keetiinin, dandeytii ati uumamarratti qabduu, na jiraachisi waan jiree...
- Yaa Rabbi an sin kadha fayyaa tahuu addunyaa fi aakhiratti, yaa Rabbi sin kadha nageeyna diinii fi d...