11

«اللهُمَّ أَصْلِحْ لِي دِينِي الَّذِي هُوَ عِصْمَةُ أَمْرِي، وَأَصْلِحْ لِي دُنْيَايَ الَّتِي فِيهَا مَعَاشِي، وَأَصْلِحْ لِي آخِرَتِي الَّتِي فِيهَا مَعَادِي، وَاجْعَلِ الْحَيَاةَ زِيَادَةً لِي فِي كُلِّ خَيْرٍ، وَاجْعَلِ الْمَوْتَ رَاحَةً لِي مِنْ كُلِّ شَرٍّ»

Allaahumma aslih lii diinii allazii huwa ismatu amrii, wa aslih lii dun’yaaya allattii fiihaa ma’aashii, wa aslih lii aakhiratii allatifiihaa ma’aadii, waj’alil hayaata ziyaadatan lanaa fii kulli kheyr, waj’alil mowta raahatan lanaa min kulli sharr

Yaa Rabbi naaf tolchi diin kiyya kan amrii tiyyaa tolchuu, naaf tolchi addunyaa tiyya tanin keessa jiraadhu, naaf tolchi aakhiraa tiyya tanin isii keessatti deebi’u, jiruu daballii toltuu hundaa naaf godhi, du’a hara galfannaa hamtuu hundarraa naaf godhi.

11/19