9

«اللَّهُمَّ أَعِنِّي عَلَى ذِكْرِكَ، وَشُكْرِكَ، وَحُسْنِ عِبَادَتِكَ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma a’innii alaa zikrika wa shukrika wa husni ibaadatika

Yaa Rabbi si yaadachuu, si galateeffachuufi ibaadaa kee gaaromsuu keessatti na gargaari.

{isiin kadhaa tashahhuda boodaa keessatti karaa gidhamte osoo hin salaammanne}

9/16