7

«اللهُمَّ اجْعَلْ لِي فِي قَلْبِي نُورًا، وَفِي لِسَانِي نُورًا، وَفِي سَمْعِي نُورًا، وَفِي بَصَرِي نُورًا، وَمِنْ فَوْقِي نُورًا، وَمِنْ تَحْتِي نُورًا، وَعَنْ يَمِينِي نُورًا، وَعَنْ شِمَالِي نُورًا، وَمِنْ بَيْنِ يَدَيَّ نُورًا، وَمِنْ خَلْفِي نُورًا، وَاجْعَلْ فِي نَفْسِي نُورًا، وَأَعْظِمْ لِي نُورًا»
{وهو دعاء يُشرع قوله في السجود خاصة في صلاة الليل}

Allaahuma ij’al fii qalbii nuuraa, wafii lisaanii nuuraa, wafii sam’ii nuuraa, wafii basarii nuuraa, wamin fowqii nuuraa, wamin tahtii nuuraa, wa’an yamiinii nuuraa, wa’an shimaalii nuuraa, wamin beyni yadayya nuuraa, wamin khalfii nuuraa, waj’al fii nafsii nuuraa, wamin beyni yadayya nuuraa, wamin khalfii nuuraa, waj’al fii nafsii nuuraa, wa’a’azim lii nuuraa

Yaa Rabbi qalbii kiyya keessa ifaa godhi. Arraba koo keessas ifaa, dhageettii koo keessas ifaa, agartuu koo keessas ifaa, gubbaa kiyyas ifaa, jala kootis ifaa, mirga koo irraanis ifaa, bitaa kiyya irraanis ifaa, fuuldura kootis ifaa, duuba kiyyaanis ifaa, lubbuu koo keessas ifaa taasisi. Ifaa guddaa naaf godhi.

{isiin kadhaa sujuuda keessatti karaa godhamte, keessumaafuu salaata halkanii keessatti}

7/16