5

«اللهُمَّ أَعُوذُ بِرِضَاكَ مِنْ سَخَطِكَ، وَبِمُعَافَاتِكَ مِنْ عُقُوبَتِكَ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْكَ لَا أُحْصِي ثَنَاءً عَلَيْكَ أَنْتَ كَمَا أَثْنَيْتَ عَلَى نَفْسِكَ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في السجود}

Allaahumma a’uuzu bi ridaaka min sakhaxika, wa bi mu’aafaatika min uquubatika, wa bika minka laa nuhsii sanaa’an alayka anta kamaa asneyta alaa nafsika

Yaa Rabbi dallansuu kee irraa jaalala keetti, adabbii kee irraa nageenya keettin maganfadha. Sirraa sumattin maganfadha. Faaruu sirratti godhamu lakkaa’ee hin xumuru. Ati akkuma lubbuu kee faarsiteedha.

{isiin kadhaa sujuuda keessatti karaa godhamte}

5/16