4

«سُبْحَانَكَ اللَّهُمَّ رَبَّنَا وَبِحَمْدِكَ اللَّهُمَّ اغْفِرْ لِي»
{وهو دعاء يُشرع قوله في الركوع والسجود}

Subhaanakallaahumma Rabbanaa wa bihamdika

Yaa Rabbi faaruu keetii waliinin si qulqulleessa. Yaa Rabbi naaf araarami.

{isiin kadhaa isii jachuun karaa godhame rukuu’aa fi sujuuda keessatti}

4/16