«وَجَّهْتُ وَجْهِيَ لِلَّذِي فَطَرَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ حَنِيفًا، وَمَا أَنَا مِنَ الْمُشْرِكِينَ، إِنَّ صَلَاتِي، وَنُسُكِي، وَمَحْيَايَ، وَمَمَاتِي لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ، لَا شَرِيكَ لَهُ، وَبِذَلِكَ أُمِرْتُ وَأَنَا مِنَ الْمُسْلِمِينَ، اللهُمَّ أَنْتَ الْمَلِكُ لَا إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ، أَنْتَ رَبِّي، وَأَنَا عَبْدُكَ، ظَلَمْتُ نَفْسِي، وَاعْتَرَفْتُ بِذَنْبِي، فَاغْفِرْ لِي ذُنُوبِي جَمِيعًا، إِنَّهُ لَا يَغْفِرُ الذُّنُوبَ إِلَّا أَنْتَ، وَاهْدِنِي لِأَحْسَنِ الْأَخْلَاقِ لَا يَهْدِي لِأَحْسَنِهَا إِلَّا أَنْتَ، وَاصْرِفْ عَنِّي سَيِّئَهَا لَا يَصْرِفُ عَنِّي سَيِّئَهَا إِلَّا أَنْتَ، لَبَّيْكَ وَسَعْدَيْكَ وَالْخَيْرُ كُلُّهُ فِي يَدَيْكَ، وَالشَّرُّ لَيْسَ إِلَيْكَ، أَنَا بِكَ وَإِلَيْكَ، تَبَارَكْتَ وَتَعَالَيْتَ، أَسْتَغْفِرُكَ وَأَتُوبُ إِلَيْكَ»
{وهو من أدعية استفتاح الصلاة، خاصة في صلاة قيام الليل}
Wajjahtu wajhiya lillazii faxaras samaawwti wal arda haniifan, wamaa kaana minal mushrikiin, inna salaatii wa nusukii wamahyaaya wa mamaatii lillaahi Rabbil aalamaiin, laa shariika lahuu wa bi zaalika umirtu wa ana minal muslimiin, allaahumma antal maliku laa ilaaha illa anta anta Rabbii, wa ana abduka zalamtu nafsii wa’taraftu bi zanbii, faghfir lii zunuubii jamii’an fa innahuu laa yaghfiruz zunuuba illa anta, wahdinii li ahsanil akhlaaqi laa yahdii li ahsanihaa illaa anta, wasrif annii sayyi’ahaa laa yasrifu annii sayyi’ahaa illaa anta, labbeyka wa sa’adeyka, wal kheyru kulluhuu bi yadeyka, washarru leysa ilayka, ana bika wa ileyka, tabaarakta wa ta’aaleyta, astaghfiruka wa atuubu ilayka
Ani haalan gara tawhiidaa dabee jiruun fuula kiyya gara Isa samiifi dachii uumeetti deebiseera. Salaanni kiyya, ibaadaan kiyya, jiruun kiyyaafi duuti kiyya Rabbii gooftaa aalamaatiifi. Shariikni isaaf hin jiru. Kanattin ajajames. Ani Muslima irraayi. Yaa Rabbi mootiin suma qofa; dhugaan gabbaramaan si malee hin jiru. Ati Gooftaa kiyya ani gabricha keeti. Lubbuu kiyya miidheera. Yakka kiyyas amaneera. Dilii koo hundaa naaf araarami. Kan dilii araaramu si malee waan hin jirreef. Yaa Rabbi gara amala gaariitti na qajeelchi. Gara akkaan gaarii isheetti si malee kan qajeelchu hin jiru. Hamtuu ishee immoo narraa deebisi; hamtuu ishee si malee kan narraa deebisu waan hin jirreef. Owwaadhe. Milkuunis kan keeti. Toltuun hunduu sirka jira. Hamtuun gara keetii miti. Ani siinin jira gara keettin deebi’a. Guddattee ol taate. Araaraman sirra barbaada; gara keettin deebi’a.
{isiin kadhaa salaatan bananirraahi, keessumaafuu salaata halkanii}