2

«اللهُمَّ رَبَّ جَبْرَائِيلَ، وَمِيكَائِيلَ، وَإِسْرَافِيلَ، فَاطِرَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ، عَالِمَ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ، أَنْتَ تَحْكُمُ بَيْنَ عِبَادِكَ فِيمَا كَانُوا فِيهِ يَخْتَلِفُونَ، اهْدِنِي لِمَا اخْتُلِفَ فِيهِ مِنَ الْحَقِّ بِإِذْنِكَ، إِنَّكَ تَهْدِي مَنْ تَشَاءُ إِلَى صِرَاطٍ مُسْتَقِيمٍ»
{وهو من أدعية استفتاح الصلاة، خاصة في صلاة قيام الليل}
{ويقال عند التباس الحق وورود الشبهة على القلب}

Allaahumma Rabba Jibraa’iila, wa miikaa’iila, wa israafiila, faaxiras samaawaati wal ardi, aalimal gheybi washahaadati, anta tahkumu beyna ibaadika fiimaa kaanuu fiihi yakhtalifuun, ihdinii limaa ikhtulifa fiihi minal haqqi bi’ iznika, innaka tahdii man tashaa’u ilaa siraaxin mustaqiim

Yaa Allaah gooftaa Jibriil, Mikaa’eeliifi Israafiil! Uumaa samiifi dachii! Beekaa fagoofi dhihoo kan taate! Ati waan gabroonni kee irratti wal dhabaa turan keessatti murtii kennita. Haqa waan keessatti wal dhabameef na qajeelchi. Ati abbaa feete karaa sirriitti qajeelchita waan taateef.

{isiinis kdhaa salaataan banan irraahi, keesumaafuu salaata halkanii} {yeroo haqni namarratti wal fakkaateefi shubuhaanni qalbirra nama dhufe jedhamti}

2/16