14

«اللهُمَّ إِنِّي ظَلَمْتُ نَفْسِي ظُلْمًا كَثِيرًا وَلَا يَغْفِرُ الذُّنُوبَ إِلَّا أَنْتَ، فَاغْفِرْ لِي مَغْفِرَةً مِنْ عِنْدِكَ، وَارْحَمْنِي إِنَّكَ أَنْتَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في الصلاة فيقال في السجود أو بعد التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma innii zalamtu nafsii zulman kasiiraa walaa yaghfiruz zunuuba illaa anta, faghfir lii maghfiratanmin indika, warhamnii innaka antal ghafuurur rahiim

Yaa Rabbi! Ani miidhaa baay'ee lubbuu koo miidheera; si malee kan dilii araaramu hin jiru. Kanaafuu, araarama si biraa ta'e naaf araarami. Ati araaramaa mararfataa waan taateef.

{isiin kadhaa salaata keessatti karaa gidhamte sujuuda keessatti jedhamti ykn tashahhuda boodaa keessatti osoo hin salaammanne}

14/16