13

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنْ الْبُخْلِ وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ الْجُبْنِ وَأَعُوذُ بِكَ أَنْ أُرَدَّ إِلَى أَرْذَلِ الْعُمُرِ وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ فِتْنَةِ الدُّنْيَا وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ عَذَابِ الْقَبْرِ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma innii a’uuzu bika minal bukhli wa a’uuzu bika minal jubni wa a’uuzu bika an uradda ilaa arzalil umuri wa a’uuzu bika min fitnatid dun’yaa wa a’uuzu bika min azaabil qabri

Yaa Rabbi ani doynummaa irraa sittin maganfadha. Lunnummaa irraas sittin maganfadha. Umurii isa gadi kufaatti deebifamuu irraas sittin maganfadha. Mokkoroo addunyaafi adabbii qabrii irraas sittin maganfadha.

{isiin kadhaa tashahhuda boodaa keessatti karaa gidhamte osoo hin salaammanne}

13/16