12

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْجَنَّةَ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنَ النَّارِ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma inni as’alukal jannata, wa a’uuzu bika minan naar

Yaa Rabbi ani jannata si kadheen ibidda irraa sitti maganf.

{isiin kadhaa tashahhuda boodaa keessatti karaa gidhamte osoo hin salaammanne}

12/16