11

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْمَأْثَمِ، وَالْمَغْرَمِ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma innii a’uuzu bika minal ma’asami wal maghrami

Yaa Rabbi ani yakkaafi hidaan qabamuu irraa sittin maganfadha.

{isiin kadhaa tashahhuda boodaa keessatti karaa gidhamte osoo hin salaammanne}

11/16