10

«اللهُمَّ اغْفِرْ لِي مَا قَدَّمْتُ وَمَا أَخَّرْتُ، وَمَا أَسْرَرْتُ وَمَا أَعْلَنْتُ، وَمَا أَسْرَفْتُ، وَمَا أَنْتَ أَعْلَمُ بِهِ مِنِّي، أَنْتَ الْمُقَدِّمُ وَأَنْتَ الْمُؤَخِّرُ، لَا إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ»
{وهو دعاء يُشرع قوله في التشهد الأخير قبل السلام}

Allaahumma ighfir lii maa qaddamtu wamaa akhartu, wa maa asrartu wamaa a’alantu, wamaa asraftu, wamaa anta a’alamu bihii minnii, antal muqaddimu wa’antal mu’akhiru, laa ilaaha illaa anta

Yaa Rabbi naaf araarami badii tiyyarraa waan ani dabarse, waan booda aanse, waan dhooyse, waan mul'ise, waan daangaa dabre, waan ati narrabeeytu. Sumaatu dursisa, sumaatu baada aansa, haqaan gabbaramaan simalee hinjiru.

{isiin kadhaa tashahhuda boodaa keessatti karaa gidhamte osoo hin salaammanne}

10/16