9

﴿اللَّهُمَّ مَالِكَ الْمُلْكِ تُؤْتِي الْمُلْكَ مَن تَشَاءُ وَتَنزِعُ الْمُلْكَ مِمَّنْ تَشَاءُ وَتُعِزُّ مَن تَشَاءُ وَتُذِلُّ مَن تَشَاءُ بِيَدِكَ الْخَيْرُ إِنَّكَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ ٢٦ تُولِجُ اللَّيْلَ فِي النَّهَارِ وَتُولِجُ النَّهَارَ فِي اللَّيْلِ وَتُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَتُخْرِجُ الَمَيِّتَ مِنَ الْحَيِّ وَتَرْزُقُ مَن تَشَاءُ بِغَيْرِ حِسَاب﴾
{آيتان من سورة آل عمران آية (٢٦-٢٧)، وفي أول الآية الأولى حُذفت كلمة (قل) عمدًا للإشارة إلى بداية الدعاء.}

Yaa Rabbii abbaa mootummaa taate! Mootummaa nama feeteef kennita; nama feete irraa immoo mootummaa mulqita Nama feetes ni jabeessita Nama feetes ni xiqqeessita Toltuun hundi harka kee jira Dhugumatti Ati waan hunda irratti danda’aadha (26) Halkan guyyaa keessa seensifta Guyyaas halkan keessa seensifta Du’aa irraas jiraa baafta Jiraa irraas du’aa baafta Nama feetes herrega malee soorta.

{Aayata lama suuraa aala imraa aayaa (26-27) aayaa duraarratti jachi (qul) jattu irraa haqamte beekaadhaa kadhaan jalqabuu akeekuuf acha.}

9/24