8

«اللَّهُمَّ رَبَّنَا لَكَ الحَمْدُ أَنْتَ قَيِّمُ السَّمَوَاتِ وَالأَرْضِ، وَلَكَ الحَمْدُ أَنْتَ رَبُّ السَّمَوَاتِ وَالأَرْضِ وَمَنْ فِيهِنَّ، وَلَكَ الحَمْدُ أَنْتَ نُورُ السَّمَوَاتِ وَالأَرْضِ وَمَنْ فِيهِنَّ، أَنْتَ الحَقُّ، وَقَوْلُكَ الحَقُّ، وَوَعْدُكَ الحَقُّ، وَلِقَاؤُكَ الحَقُّ، وَالجَنَّةُ حَقٌّ، وَالنَّارُ حَقٌّ، (وَالنَّبِيُّونَ حَقٌّ، وَمُحَمَّدٌ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ حَقٌّ) وَالسَّاعَةُ حَقٌّ، اللَّهُمَّ لَكَ أَسْلَمْتُ، وَبِكَ آمَنْتُ، وَعَلَيْكَ تَوَكَّلْتُ، (وَإِلَيْكَ أَنَبْتُ) وَإِلَيْكَ خَاصَمْتُ، وَبِكَ حَاكَمْتُ، فَاغْفِرْ لِي مَا قَدَّمْتُ وَمَا أَخَّرْتُ، وَأَسْرَرْتُ وَأَعْلَنْتُ، وَمَا أَنْتَ أَعْلَمُ بِهِ مِنِّي، (أَنْتَ المُقَدِّمُ، وَأَنْتَ المُؤَخِّرُ) لاَ إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ»

Allaahumma Rabbanaa lakal hamdu anta qayyuumus samaawaati wal ardi, wa lakal hamdu anta Rabbus samaawaati wal ardi wa man fiihinna, wa lakl hamdu anta nuurus samaawaati wal ardi wa man fiihinna, antal haqqu, wa qowlukal haqqu,wa wa’adukal haqqu, wa liqaa’uka haqqun, wal jannatu haqqun wan naaru haqqun,wan nabiyyuuna haqqun wa Muhammadun sallallaahu aleyhi wa sallam haqqun was saa’atu haqqun,Allaahuma laka aslamtu wa bika aamantu wa aleyka tawakkaltu wa ileyka anabtu wa bika khaasamtu, faghfir lii maa qaddamtu wa maa akhartu, wa asrartu wa a’alantu, wa maa anta a’alamu bihii minnii, (antal muqaddimu wa antal mu’akhiru) laa ilaaha illaa anta

Yaa Rabbi keenya faaruun hundi teeti ati dhaabbataa amrii samiif dhachiiti, faaruun teeti ati Rabbii samii, dhachii fi waan isii keessa jiru hundaati, ati haqa, jachi keetis haqa, beylamni keetis haqa, qunnamtiin teetis haqa, jannannis haqa, ibiddis haqa, Nabiyyoonis haqa, Muhammadis (s.a.w) haqa, qiyaamaanis haqa, Yaa Rabbi siif harka kenne, sittis aamane, sirrattis irkadhe, (gama keetis deebi’e) gama keetti himadhe, siin murteyfadhe, naaf araarami waanin dursee fi waanin booda aanses, waanin dhoysee fi waanin mul’ises, waan ati natti beytu, (siitu dursaadha siitu booda aansaadha) si malee haqaan gabbaramaan hin jiru.

8/24