6

«رَبَّنَا لَكَ الْحَمْدُ مِلْءُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ، وَمِلْءُ مَا شِئْتَ مِنْ شَيْءٍ بَعْدُ، أَهْلَ الثَّنَاءِ وَالْمَجْدِ، أَحَقُّ مَا قَالَ الْعَبْدُ، وَكُلُّنَا لَكَ عَبْدٌ: اللهُمَّ لَا مَانِعَ لِمَا أَعْطَيْتَ، وَلَا مُعْطِيَ لِمَا مَنَعْتَ، وَلَا يَنْفَعُ ذَا الْجَدِّ مِنْكَ الْجَدُّ»

Rabbanaa lakal hamdu mil’as samaawaati wal ardi, wa mil’a maa shi’ta min shey’in ba’adu ahlas sanaa’I wal majdi, ahaqqu maa qaalal abdu, wa kullunaa laka abdu: Allaahumma laa maani’a limaa a’axeyta, walaa mu’uxiya liaa mana’ta,walaa yanfa’u zal jaddi minkal jaddu

Yaa Rabbii keenya faaruun siif haa ta’u guutuun samii fi dachii, guutuun waan ati sana booda feetee, yaa kan faaruu fi guddina haqa godhate, irra dhugaa waan gabrichi jedheeti, nuti hundi siif gabra: yaa Rabbi waan ati kennite dhoorgaan hin jiru, waan ati dhoorgites kennaan hin jirau, abbaa guddinaa si biratti hin fayyadu guddinni sirraahi.

6/24