20
- Main
- Classifications of supplication
- (Faaruun hundi kan Rabbii gooftaa aalamaati * Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa * Abbaa (mooti...
- (Faaruun hundi kan Rabbii uumaa samiifi dachii ta’e, kan maleykotas ergamtoota abbootii kooluuwwan l...
- (Faaruun hundi kan Rabbii isa samiifi dachii uumee, dukkanaafi ifa argamsiiseeti) [An’aam: 1]
- (Faaruun hundi kan Rabbii Isa wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa hundi kan Isaa ta’eeti Aakh...
- “Faaruun kan Rabbiiti faaruu hedduu gaarii barakaan keessatti taasifamte”
- Yaa Rabbii keenya faaruun siif haa ta’u guutuun samii fi dachii, guutuun waan ati sana booda feetee,...
- “Yaa Rabbi faaruun hundi teeti, amriin hundi gama keet deebiti”
- Yaa Rabbi keenya faaruun hundi teeti ati dhaabbataa amrii samiif dhachiiti, faaruun teeti ati Rabbii...
- Yaa Rabbi abbaa samii fi dachii, abbaa arshii guddoo, Rabbii keenya Rabbii waa hundaa, baqaqsaa fire...
- Yaa Rabbi ani ragaan si godhadha malaa’koota keetis ragaan godhadha baattota arshii teetiitis ragaan...
- Yaa Rabbi an sin kadha ragaa si godhatuu kyyaan akka ati taate Allaaha haqaan gabbaramaan si malee h...
- Dhugaan gabbaramaan Rabbii guddaa obsaa malee hin jiru. Dhugaan gabbaramaan Rabbii arshii guddaa mal...
- Allaahan Allaahan Rabbii kiyya waan takkallee isatti hin qindeysu{Iiin kadhaa yeroo yaadaa fii rakki...
- Gabbaramaan haqaa Rabbi malee hin jiru kophaa isaa qindiin kan isaaf hin ta’initti, Rabbiin guddaadh...
- Dhugaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru kophaa isaa qindiin tokko ka isaaf hin tahinitti, aangoon t...
- Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru isa qofa, beylama isaa guute, gabricha isaatiif tumse, ca...
- Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya. Situ na uumee ani gabricha keeti. Ani hangan danda’een baallamaafi waad...
- Yaa Rabbi an sin kadha faaruun siif ta’uun, dhugaan gabbaraan si malee hin jiru tola oolaa, tolchaa...
- Qulqulloytee waa guddattee Rabbii keenya.
- Qulqullaa’e abbaan olaantummaa fi aangoo, boonaa fi guddinaa.
- Rabbiin guddaadha – al sadi - abbaan aangoo fi olaantummaa, boonaa fi guddinaa.
- Rabbiin hundarra guddaadha, faaruun kan Rabbiiti heddumminaan, Rabbiin qulqulla’e bariif galgalas.
- Nama kadhatuuf ni jaalatama erga Rabbi faarsee Nabiyyirratti salawaata buusuun(Allaahumma salli alaa...
- Yaa Rabbii abbaa mootummaa taate! Mootummaa nama feeteef kennita; nama feete irraa immoo mootummaa m...