19

«اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ بِأَنَّ لَكَ الْحَمْدُ، لَا إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ الْمَنَّانُ، بَدِيعُ السَّمَوَاتِ وَالْأَرْضِ، يَا ذَا الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ، يَا حَيُّ يَا قَيُّومُ»
{ورد في الحديث أن هذا الدعاء هو اسم الله الأعظم الذي إذا دُعي به أجاب وإذا سُئل به أعطى}

Allaahumma innii as’aluka bi’anna lakal hamdu, laa ilaaha illaa antal mannaan, badii’us samaawaati wal ardi, yaa zal jalaali wal ikraam, yaa hayyu yaa qayyuum

Yaa Rabbi an sin kadha faaruun siif ta’uun, dhugaan gabbaraan si malee hin jiru tola oolaa, tolchaa samiifi dachii, yaa abbaa guddinaatii fi arjummaa, ya jiraataa yaa ka amrii waan hundaatiin dhaabbatu.

{Hadiisa keessatti dhufee jira kadhaan tun ismallaahil a’zam kan hogguu kadhataniin deebii argatan, hogguu kadhataniin argatan akka taate}

19/24