18

«اللَّهُمَّ أَنْتَ رَبِّي لاَ إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ، خَلَقْتَنِي وَأَنَا عَبْدُكَ، وَأَنَا عَلَى عَهْدِكَ وَوَعْدِكَ مَا اسْتَطَعْتُ، أَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا صَنَعْتُ، أَبُوءُ لَكَ بِنِعْمَتِكَ عَلَيَّ، وَأَبُوءُ لَكَ بِذَنْبِي فَاغْفِرْ لِي، فَإِنَّهُ لاَ يَغْفِرُ الذُّنُوبَ إِلَّا أَنْتَ»

Allaahumma anta Rabbii laa ilaaha illaa anta, khalaqtanii wa ana abduka, wa ana alaa ahdika wa wa’adika mastaxa’tu, a’uuzu bika min sharri maa sana’tu, abuu’u laka bini’matika alayya, wa abuu’u bizanbii faghfir lii fa innahuu laa yaghfiruz zunuuba illaa anta

Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya. Situ na uumee ani gabricha keeti. Ani hangan danda’een baallamaafi waadaa keerran jira. Hamtun hojjadhe irraa Rabbittin maganfadha. Qananii ati natti oolte nan mirkaneessa. Yakka kiyyas nan amana. Kan yakka araaramu si qofa waan ta’eef naa araarami.

18/24