17

«لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ وَحْدَهُ، أَنْجَزَ وَعْدَهُ، وَنَصَرَ عَبْدَهُ، وَهَزَمَ الْأَحْزَابَ وَحْدَهُ»

Laa ilaaha illallaahu wahdahu, anjaza wa’adahu, wanasara abdahu, wa hazamal ahzaaba wahdahu

Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru isa qofa, beylama isaa guute, gabricha isaatiif tumse, cabse tuutowwan kophaa isaa.

17/24