16

«لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ، وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ، سُبْحَانَ اللَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، وَلَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، وَاللَّهُ أَكْبَرُ، وَلَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إِلَّا بِاللَّهِ الْعَلِيِّ الْعَظِيمِ»

Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa alaa kulli shey’in qadiir, subhaanallaahi, walhamdu lilaahi, walaa ilaaha illallaahu, wallaahu akbar walaa hawla walaa quwwata illaa billaahil aliyyil aziim

Dhugaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru kophaa isaa qindiin tokko ka isaaf hin tahinitti, aangoon tan isaati, faaruun tan isaat, inni waan hundarrattuu danda’aadha, Rabbiin qulqulla’e, faaruun kan Rabbiiti, Dhugaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru, Rabbiin guddaadha, tooftaafi humni Rabbii oltahaafi guddaa biraa malee hin jiru.

16/24