15

«لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، اللهُ أَكْبَرُ كَبِيرًا، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ كَثِيرًا، سُبْحَانَ اللهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ، لَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إِلَّا بِاللهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ»

Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu, allaahu akbaru kabiiraa walhamdu lillaahi kasiiraa, subhaanallaahi Rabbil aalamiin, laa hawla walaa quwwata illaa billaahil aziizil hakiim

Gabbaramaan haqaa Rabbi malee hin jiru kophaa isaa qindiin kan isaaf hin ta’initti, Rabbiin guddaadha, faaruun hedduun kan Rabbiiti, qulqullaa’e Rabbiin mootiin aalamaa, tooftaafi humni Rabbii jabaa ogeysa biraa malee hin jiru.

15/24