11

«اللَّهُمَّ إِنِّي أُشْهِدُكَ وَأُشْهِدُ مَلَائِكَتَكَ وَحَمَلَةَ عَرْشِكَ، وَأُشْهِدُ مَنْ فِي السَّمَاوَاتِ وَمَنْ فِي الْأَرْضِ، أَنَّكَ أَنْتَ اللَّهُ لَا إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ وَحْدَكَ لَا شَرِيكَ لَكَ، وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّدًا عَبْدُكَ وَرَسُولُكَ»

Allaahumma innii ushiduka wa ush’hidu hamalata arshika, wa ush’hidu man fis samaawaati wa man fil ardi, annaka antallaahu laa ilaaha illaa anta wahdaka laa shariika laka, wa ash’hadu anna Muhammadan abduka wa rasuuluk

Yaa Rabbi ani ragaan si godhadha malaa’koota keetis ragaan godhadha baattota arshii teetiitis ragaan godhadha, waan samii fi dachee keessa jirus ragaan godhadha, ati akka Allaah haqaan gabbaramaan si malee hin jirre taate kophaa kee qindii hin qabdu, ammas ragaan baha Muhammad gabricha keetii fii ergamaa kee tahuu.

11/24