3

Sadaffaa: Rabbi amanuu qabda akka inni kadhaa tee deebisuu dandahu, akka isatti si dhiheessaniif uumamtootatti dhihaatuun sin barbaachisu, bid’aalee kana fakkaatan tan nama Muslimaa tawassula hin barbaachisfne keessa galchanis sirraan eegaman.

3/16