3

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ ﴿قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ ١ اللَّهُ الصَّمَدُ ٢ لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ ٣ وَلَمْ يَكُنْ لَهُ كُفُوًا أَحَدٌ ٤﴾
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ ﴿قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ ١ مِنْ شَرِّ مَا خَلَقَ ٢ وَمِنْ شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ ٣ وَمِنْ شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ ٤ وَمِنْ شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ ٥﴾
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ ﴿قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ ١ مَلِكِ النَّاسِ ٢ إِلَهِ النَّاسِ ٣ مِنْ شَرِّ الْوَسْوَاسِ الْخَنَّاسِ ٤ الَّذِي يُوَسْوِسُ فِي صُدُورِ النَّاسِ ٥ مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ ٦﴾

قراءة سورة الإخلاص والمعوذتين ثم النفث باليدين ومسح موضع الألم ويفعل ذلك ۳ مرات

Suuratul ikhlaasii fi mu’awwazateyni qara’uu fi eegasii harka lamaanitti tufanii iddoo dhukkubbii saniin haquu:

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha * Allaahn hirkoo waa hundaati * Hin dhalle hin dhalannes * Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane

Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha * Hamtuu waan Inni uumee irraa * Hamtuu waan Inni uumee irraa * Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas * Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha)

Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha * Mootii namaatti * Gabbaramaa namaatti * Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa * Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa * Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha)

0/3

3/12