5

(اللَّهُمَّ فَاطِرَ السَّمَوَاتِ وَالْأَرْضِ، عَالِمَ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ، لَا إِلَهَ إِلَّا أَنْتَ رَبَّ كُلِّ شَيْءٍ وَمَلِيكَهُ، أَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ نَفْسِي وَمِنْ شَرِّ الشَّيْطَانِ وَشِرْكِهِ، وَأَنْ أَقْتَرِفَ عَلَى نَفْسِي سُوءًا، أَوْ أَجُرَّهُ إِلَى مُسْلِمٍ)

(Allaahumma faaxiras samaawaati wal ardi, aalimal gheybi washahaadati, laa ilaaha illaa antaRabba kulli shay’in wa maliikahuu, a’uuzu bika min sharri nafsii wamin sharri shayxaani wa shirkih, wa an aqtarifa alaa nafsii suu’an aw ajurrahuu ilaa muslim)

(Yaa Rabbii uumaa samiifi dachii! Gooftaa waa hundaafi horataa isaa kan taate! Dhugaan gabbaramaan si malee hin jiruu’ ragaan baha. Hamtuu lubbuu kiyyaa, hamtuu shayxaanaafi shirkii isaa irraa sittin maganfadha. Akkasumas lubbuu koo irratti hamtuu hojjachuu yookiin Muslima kamittuu harkisuu irraa sittin maganfadha).

5/12