(أَمْسَيْنَا وَأَمْسَى الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللَّهُ وَحْدَهُ لاَ شَرِيكَ لَهُ، اللَّهُمَّ إِنِّي أسْأَلُكَ خَيْرِ مَا فِي هَذَه الْليلة، وَخَيْر مَا بعدِها، وَأَعُوذُ بِك مِنْ شَرِّ مَا فِي هَذه الليلة، وَشَر مَا بَعْدِها، اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْكَسَلِ، وَالْهَرَمِ، وَسُوءِ الْكِبَرِ، وَفِتْنَةِ الدُّنْيَا، وَعَذَابِ الْقَبْر)
Amsaynaa wa amsal mulku lillaahi, walhamdu lillaahi, laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu, Allaahumma innii as’aluka khayra maa fii haazihil leylati, wakhayra maa ba’adahaa, wa’auuzu bika min sharri maa fii haazihil laylati, washarri maa ba’adahaa, Allaahumma innii a’uuzu bika minal kasali, walharami, wasuu’il kibari, wafitnatid dun’yaa wa azaabil qabri)
(Nuti dhiisifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee oole. Faaruun kan Rabbiiti. Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru. Inni tokkicha hiriyaa hin qabneedha. Mootummaan kan isaati. Faaruunis kan Isaati. Inni waan hunda irratti danda’aadha. Yaa Rabbi ani toltuu halkan kana keessa jiruufi toltuu booda isaa jiru sin kadha. Sherrii guyyaa harraa keessa jiruufi sherrii booda isaatii jiruu irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi taatiyoo (nuffaa)fi dulluma hamaa irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi adabbii ibidda keessaatiifi adabbii qabrii keessaa irraa sittin maganfadha).