9
Kadhaan isaa faaruu Rabbii ol tahee qabaachuu qabdi Rabbiin ol tahe gabrichi faaruu isaatiin shaagalamuu ni jaalata, faaruu tanaan akka isa gabbaruufi malee Rabbiin gabroottan isarraa dureysa, sahiiheyni keessatti hadiisa ibnu Mas’uudiin akkana ja’e (s.a.w) “Rabbirra kan faaruu jaalatu hin jiru kanaaf if faarse”.