8
Kadhaa isaa dhoysuu mul’isuu dhabuu, jacha Rabbii ol taheetiif: {Rabbii keessan kadhadhaa if gadi qabuudhaani fi dhoysaan} [A’araaf: 55], kadhaa dhoysuutu ikhlaasatti dhiyaata, kanaaf Rabbiin kadhaa Nabi Zakariyyaa (a.s) faarsee akkana je’e: {weyta Rabbii isaa yaame yaaminsa dhokataa} [Maryam: 3], akka jacha imaama muffassiraa tokkotti ikhlaasa barbaaduuf jacha jedha.