3

Harka isaa lamaan ol kaasuu qaba.

Sunnaalee lameen tana irratti qajeelchee jira hadiisni Abdallaa ibnu Abbaas (r.a) akkana ja’e: Umar ibnu Khaxxaab (r.a) naaf odeysee jira akkana jachuun: gaafa lolli Badrii taatu Ergamaan Rabii (s.a.w) mushriktoota laalee isaan nama kuma takka, sahaabaa isaatis laale isaan nama dhibba saiifi kudha sagali, Ergamaan Rabbii (s.a.w) gama qiblaa fuula deebi’ee Rabbii isatti hasaasuu eegale: “Yaa Rabbi waan naaf beylamte naaf guuti, Yaa Rabbi waan naaf beylamte naaf laadhu..” Muslimtu odeesse lakk (1763)

3/10