10

Kadhataan yeroolee kadhaan keessatti qeebalamtu barbaadee isii keessa Rabbi kadhachuu qaba. Yeroolee kadhaan keessatti deebifamtu tan barruuleen dhufte keessaa: (Azaanaa fi iqaamaa jidduu kadhachuu – halkan ulusa irraa boodaa – sa’aa jum’aa – salaatowwan booda – sujuuda keessatti – yeroo roobni bu’u – kadhaa obboleessi muslimaa isa duubaa godhuuf – kadhaa abbaan ilmaaf godhu – kadhaa musaafiraa -kadhaa miidhamaa).

10/10