8

(اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْعَافِيَةَ فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ، اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْعَفْوَ وَالْعَافِيَةَ فِي دِينِي وَدُنْيَايَ، وَأَهْلِي وَمَالِي، اللَّهُمَّ اسْتُرْ عَوْرَاتِي، وَآمِنْ رَوْعَاتِي، اللَّهُمَّ احْفَظْنِي مِنْ بَيْنِ يَدَيَّ وَمِنْ خَلْفِي، وَعَنْ يَمِينِي وَعَنْ شِمَالِي، وَمِنْ فَوْقِي، وَأَعُوذُ بِعَظَمَتِكَ أَنْ أُغْتَالَ مِنْ تَحْتِي)

(Allaahumma innii as’alukal aafiyata fid dun’yaa wal aakhira, Allaahumma inni as’alukal afwa wal’aafiya fii diinii wa dun’yaaya, wa ahlii wa maalii, Allaahumma istur awraatii, wa aamin raw’aatii, Allaahumma ihfaznii min bayni yadayya wamin khalfii, wa an yamiinii wa’an yamiinii wa’an shimaalii, waminfawqii, wa a’uuzu bika an ughtaala min tahtii)

Yaa Rabbi ani addunyaafi aakhiraatti dhiifamaafi nageenyan si kadha. Yaa Rabbi ani amantii, addunyaa, maatiifi qabeenya kiyya keessatti dhiifamaafi nageenyan si kadha. Yaa Rabbi qaama kiyyas naa satari. Sodaa irraas nagaa na godhi. Yaa Rabbi fuuldura kiyyaan, duuba kiyyaan, mirga kiyyaan, bitaa kiyyaafi gubbaa kiyyaan na tiksi. Jala kiyyaan gadi liqimfamuu irraas sittin maganfadha.

8/12