4
- Main
- Classifications of supplication
- Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru. Inni tokkicha hiriyaa hin qabneedha. Mootummaan kan isaa...
- (Nuti bariisifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee bule. Faaruun kan Rabbiiti. Dhugaan gabbaramaan Ra...
- Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya. Situ na uumee ani gabricha keeti. Ani hangan danda’een baallamaafi waad...
- (Yaa Rabbi siin bariisifannee siin dhiisifanne. Siin jiraannee siin duuna. Deebiinis garuma keeti)
- (Yaa Rabbii uumaa samiifi dachii! Gooftaa waa hundaafi horataa isaa kan taate! Dhugaan gabbaramaan s...
- (Maqaa Rabbii isa wanti tokkollee samiifi dachii keessatti maqaa Isaa waliin hin miineetiin. Inni ar...
- (Rabbiin gabbaramaa ta’uu, Islaamni amantii kiyya ta’uufi Muhammad (saw) Nabiyyii naaf ta’uu jaaladh...
- Yaa Rabbi ani addunyaafi aakhiraatti dhiifamaafi nageenyan si kadha. Yaa Rabbi ani amantii, addunyaa...
- Hamtuu waan inni uumee irraa jecha Rabbii guutuuttin maganfadha.{Si’a 3}
- (Uumama Islaamaa irratti, jecha ikhlaasaa irratti, amantii Nabiyyii keenya Muhammad irrattiifi karaa...
- (Yaa Rabbii jiraataa waan hunda to’ataa! Rahmata keen birmachiifadha. Dhimma kiyya hunda naaf tolchi...
- (Gahaan kiyya Allaahdha. Dhugaan gabbaramaan Isa malee hin jiru. Isarratti hirkadheera. Inni abbaa a...