2

(أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللَّهُ وَحْدَهُ لاَ شَرِيكَ لَهُ، اللَّهُمَّ إِنِّي أسْأَلُكَ خَيْرِ مَا فِي هَذَا الْيَوم، وَخَيْر مَا بعدِه، وَأَعُوذُ بِك مِنْ شَرِّ مَا فِي هَذا اليَوم، وَشَر مَا بَعْدِه، اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْكَسَلِ، وَالْهَرَمِ، وَسُوءِ الْكِبَرِ، وَفِتْنَةِ الدُّنْيَا، وَعَذَابِ الْقَبْر)

(Asbahnaa wa asbahal mulku lillaahi, walhamdu lillaahi, laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Allaahumma innii as’aluka kheyra maa fii haazal yawmi, wakhayra maa ba’adahuu, wa a’uuzu bika min sharri maa fii haazal yawmi washarri maa ba’adahuu, Allaahumma innii a’uuzu bika minalkasali,walharami, wasuu’il kibari, wafitnatid dun’yaa, wa azaabil qabri)

(Nuti bariisifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee bule. Faaruun kan Rabbiiti. Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru. Inni tokkicha hiriyaa hin qabneedha. Mootummaan kan isaati. Faaruunis kan Isaati. Inni waan hunda irratti danda’aadha. Yaa Rabbi ani toltuu guyyaa har’aa keessa jiruufi toltuubooda isaa jiru sin kadha. Sherrii guyyaa harraa keessa jiruufi sherrii booda isaatii jiruu irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi taatiyoo (nuffaa)fi dulluma hamaa irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi adabbii ibidda keessaatiifi adabbii qabrii keessaa irraa sittin maganfadha).

2/12